Joel 1:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni zabibu teenna balleese, oda keenna nyaate fit'e. Qunch'e iraa follose lafa buuse, damele addeese lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni biqiltuu woyini'ii kiyya maraa hin balleessa; muka hurbu'uu kiyya hin mummura; haga haafni isaanii adii ta'anii mudhatanitti; quuncee isaa quuncisee gate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woynii tiyya balleessane; muka harru'uu kiyyalle mummurane; quncee irraa quncisanee gatanee, dameeleen addaattee hatte.