Joel 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aanifi daad'iini ta sila Mana Waaqaati baasani tokoleeni injirtu; qaaloleeni waan Waaqaa baaftu d'abde bohuu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaanii fi daadhiin woyini'ii ka akka kenna'aatitti mana Rabbiitiif dhiyaatu waan dhabameef gadoonnii Rabbiin tajaajilan haa booyanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennaan midhaaniitii fi daadhii woyni'ii Galma Mootii Waan Maraa irraa citte; tanaaf hayyooti Mootii Waan Maraa tajaajilanu wiiccifatanee bowan.