Joel 2:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Magalata Sioni irati d'aa; gaara kiyya qulqullo irati arrifad'a! Nami lafa Yuda keesa jiru ch'ufti ha mudamuti! Guyyaani AABBO Waaqa ya d'iaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tsiyooniin keessatti xurumbaa afuufaa'a! gaara woyyuu irratti banqifadha'aa iyyaa'a! guyyaan dhufa Goofta'aa waan dhiyaateef worri biyyattii keessa jiraatan maruu haa hollatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyoonitti tultullaa afuufa'a! Gaara Xiyoonii woyyicha irratti qoonqoo dammassitu dhageessisa'a! Guyyaan Mootii Waan Maraa ariifatee waan dhufaaruuf, worri lafa san le'u marti hollatuu ti!