Joel 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Ammo amma tanale, garaa keesani ch'ufaani nati deebia, ufi agabsa, laalalaani boha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ammallee yoo ta'e, soomaan, booyichaan fi gadda'aa garaa guutu'uun gara kiyya deebi'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ammumaayyuu, gadhaa keessan tokkochaan, laamaan, bowaa fi gaddaan gara kiyya deebi'a'a!» jedha.