Joel 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya tarsaaftani laalala ingarsiisina, ammo garaa keesaniini garsiisa. AABBO Waaqa keesaniti deebia, inni eebaafi naasu qaba; obse kakhu ufii guute, hojja ch'ufa namaa nahe araraama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gadda keessan mudhisu'uuf uffata keessan tarsaasuun gaya'aa miti; caala'atti garaa guutu'uun gara kiyya deebi'aa'a.» Rabbi Waandhi keessan arjaa'a, ka namaa dhiisu, ka lolaaf hin ariifanne, ka jaalala bara baraatiin duroomee fi ka adabbi'iif hin ariifanne waan ta'eef gara isaa deebi'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadda keessan mudhisiisaaf, woyaa teessan tarsaasiis hin gewu; Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan arjaa, mararaa, mufi'iif ka hin ariifanne, ka jaalala bara baraa guddaa qabu, adabiisaafille ka hin ariifanne, waan te'eef, gara isaa deebi'a'a!