Joel 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri AABBO Waaqi keesani garagale, isani eebise mid'aani guddo isanii keenna. Duuba isani mid'aanifi daad'i isaa baaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal laataa Rabbi Waandhi keessan lola ufii dhiisee eebba ufii isinii kennuu danda'a; isin hennaa san Rabbii Waaqa keessanii kennaa midhaaniitii fi kennaa dhuddo'oo dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka wotoo, Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan mufii irraa deebi'ee, eebba ifii isiniif hin kenna fa'a. Isinille Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif, kennaa midhaaniitii fi daadhii woyni'ii hin dhikeessitan.