Joel 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Magalata gaara Sioni ira d'aa! Gumi wolti yaama, guyya ufi agabsitani tolfad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara Tsiyoonii irratti xurumbaa afuufaa'a! baniin akka wol gawu waamaa'a! soomaa labsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyoon keessatti tultullaa afuufa'a! Laama woyyicha lassa'a! Yaa'ii woyyittii waama'a!