Joel 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni ta fulla sorio iti baasanifi balbala Mana AABBO Waaqaa jiddu hojattu ha, Ee AABBO Waaqa, gumi tanteeti nahi, jette bootuti. Gochiti d'ibiini nu tufatte nu goyeesite, Waaqi keesani me? nuuni injed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni Rabbiin tajaajilan hulee ciinca'aatii fi karaa wol bira lufaniin keessatti haa booyanii; «Gooftaa kiyya! banii keetii garaa laafi; Worri Yihuudota hin taane Waandhi keessan eessa jira? jedha'aa akka nu tuffatanii fi akka nu irratti baldan hin godhin!» haa jedhanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti Mootii Waan Maraa tajaajilanu, seensuma Galma Waaqaatii fi addee ciinca'aa wodhakka'atti bowanuu ti. Isaan, «Mootii Waan Maraa, kolbaa teeti marari; gosi dhibiin, ‹Waaqi keessan meet?› jedhiisaan, akka nu tuffatanuu fi qaanessanu hin godhin» jedhanuu ti.