Joel 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma tana mid'aanifi daad'ifi d'ad'a isanii kenna; duuba inquuftani. Gochiti d'ibileeni deebite isani intufattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkana isaaniin jedhe, «Kunoo midhaan, daadhii woyini'iitii fi dhadhaa ejersaa haga quuftanitti isinii kenna; ammaa achi worri Yihuudii hin taane worra itti baldan akka isin godhan isaanitti hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiif deebisee, «Kunoo, ani midhaan, daadhii woyni'iitii fi zayitii ejersaa, haga quuttanutti isiniif hin kenna; ani haganaa achi, gosa biyya adda addaa oddu'utti akka qaanottanu hin godhu.