Joel 2:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan duri tuuti awaanisaa nyaatte isani iraa balleesite isanii deebisa. Nami duula awaanisaa suni isaniti erge anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan tuunni korophiisaa, awwaannifni, siqoonii fi tuunni awwaannisaa ka qilleensa keessa bararan isin jalaa balleessan hule'etti isinii deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara heddu'uuf akka loltoota guddo'oo ka ani isinitti ergee, midhaan awwaannisi gugurdaan, korophiis, ilmooleen awwaannisaatii fi awwaannisi dargaggeeyyiin isin irraa fixane ani isiniif hin deebisa.