Joel 2:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma isani waan guddo nyaattani quuftani, maqa AABBO Waaqa keesani, ka waan jabdu mama isani tolche, faarsitani. Deebiani gumi tiyya intufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddiftanii nyaattanii quuftanii ana Rabbii Waaqa keessan ka waan maalale'ee guddaa isinii godhe galatoonfattan; baniin kiyya ammaa achi salphatee hin saalfatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nyaattanee hin quuttan; ka waan baasaa hedduu isinii godhe ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan hin leellifattan; isin kolbaan tiyya haganaa achi hin qaanottanu.