Joel 2:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isani, worri Israeli, aka anini jiddu teesani jirufi aka anini AABBO Waaqa keesani, ka Waaqi d'ibiini injirre, beetani. Deebiani gumi tiyya intufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya! isin akka ani jidduu keessan jiru, Waandhi keessan akka ana callaa ta'ee fi anaa achi Waandhi biraa akka hin jirre hin beettan; baniin kiyya ammaa achi salphinni isaan irra hin gawu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa tiyya! Ani akka odduu teessan jiru, Mootii Waan Maraa Waaqa keessan akka te'ee fi ana malee Mootiin Waan Maraa dhibiin akka hin jirre hin beettan. Haganaa achi kolbaan tiyya deebitee hin qaanottu» jedhe.