Joel 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duraafi duubale aka ibida mid'aani gubani. Tuuta suni dura lafti oobru Edeni fakaate, ammo worra duuba lafa aloo ta duwa fakaatti. Wonti tokoleeni duraa imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan biqiltuu isaan afo'otti argame maraa akka ibiddaatitti nyaatan; akka arraba ibiddaatittillee hin guban; biyyi afoo isaanii jiru ka isaan itti hin dhandhe; akka hulee dhaaba biqiltuu jeennata Eedanii keessaa lalisa'a; biyyi isaan keessa lufan ammo gammoojjii barbadaaye ta'a; wonti isaan jalaa dheessee bayu tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dura isaaniitiin ibiddi gubaa deema; duuba isaaniille'een bobe'i gubaa deema; latti isaan bira hin geyin, oorruu Edenii fakkaatti; latti isaan bira dabarane ammoo, goomolee duwwaa fakkaatti; wonni isaan jalaa miliqu tokkolle hin jiru.