Joel 2:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aduuni dukanoofte, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani AABBO Waaqaa ingahiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Goofta'aa guddaanii fi ka nama sodaachisu uduu hin dhufneen dura aduun hin dukkanoofti; jiini dhiiga fakkaata;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Mootii Waan Maraa gudda'aa fi sodaachisaan adoo hin dhufiniin dura, aduun hin dukkanootti; jiin dhiiga hin uffata.