Joel 2:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami maqa AABBO Waaqaa yaamatu ch'ufti imbaafama. Akuma AABBO Waaqi jed'e, Gaara Sionitiifi Yerusalemu keesale nami baqate fiigu injira; nami fiige suni worra anini fohad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maqaa Rabbii waamu hin fayya; akkuma Rabbi dubbate gaara Tsiyooniitii fi Yerusaalemiin keessaa fayyinnatu argama; worra fayyan keessaa worri Rabbi filate achi keessatti argaman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri maqaa Mootii Waan Maraa waamu marti hin fayya; akkuma ani Mootiin Waan Maraa jedhe, worri ani waame gaara Xiyoonii irratti, Yerusaalem keessalle'etti hafee hin fayya» jedhe.