Joel 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri fiit'e gaara gubba gulufu, akuma gaari fardi hirkisu qiqillisa; ammalle akuma ibida jirma marraa gubu d'ud'uqisa; akuma nama lola yau ch'orora.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gaarii fardaa laagaa hin dhageessisan; isaan qaccee gaaraa irra utaalan; akka ibidda buraa gubuu waa maraa guban; akka loltoota jajjabaa lolaaf qophaayanii hiriiranii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka garreettaa fardaa hididdisaa, gaarota gubbaa utaalan; akka ibidda huura gubuu, waan mara guban; akka loltoota jajjaboo lolaaf qophowanee, gogeessaan yaa'an.