Joel 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka worra woraanaa oriani, aka worra lolaa naabo ch'absani olseenani. Worri tokoleeni, ka wolira ingorre, ch'orore durati yaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka loltootaatitti jala dhaabatan; akka worra duuluutittillee dallawa dhaga'aa irra utaalan; isaan maruu qajeelanii gara afo'oo deeman; mamanii karaa ufii hin jijjiiratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka duultotaa lolan; akka loltootaa dalleya yaabanee dabaran; tarre'een gara duraa yaa'an; gara ifii yaa'anu irraa hin goranu.