Joel 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gochiti d'aatu jirtu tunini ch'ufti hurrisa koota, artiti wolti baha. Ee AABBO Waaqa, duula kanke ergi, worra had'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniin naannaya san jirtan maruu, ariiti'iin bayaa'a! dhooqa keessatti wol gayaa'a.» Rabbii keenna! loltoota kee worra loluu danda'an ergi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gosi biyya adda addaa duudiin, dafa'aa baya'aatii, dhooqatti wolitti dacha'a'a!» jedha. Ee Mootii Waan Maraa loltoota teeti gad ergi.