Joel 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani ya bilchaatani; haamtuuni haama. Fullaani daad'i iti mid'aasani ya mid'aani zabibutiini guutamte; koota, mid'aani suni ch'ach'arasa. Waan gochiti ch'ufti ch'ubbu guddo tolchiteefi, worrale akuma mid'aani suni tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeenni isaanii guddisee baay'ateera; akkuma midhaan haamanitti isaan haamaa'a; akkuma hurbuu woyini'ii hulee itti cuunfan guutanii dhiitaniititti isaan dhidhiitaa'a» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni isaanii guddoo bacateera; akka midhaan geye haantu'uun haamanu isaan haama'a; akka unkuruura woyni'ii addee itti cunfanutti guutanee dhiitanu dhiita'a!