Joel 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Sioni ira mandie lalaba; qonqo isaa Yerusalemu keesati d'agayani; lafafi gubbaleeni chochoote. Ammo inni gumi ufii jabeese, worra Israeli qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gaara Tsiyoonii ka Yerusaalemiin keessaa laagaa ufii ka nama sodaachisu dhageessisa; ardiinii fi samiin hin raafaman; Rabbi ammo banii ufii Israa'elii goda isaan itti dhokatan ta'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Xiyoon keessaa akka neenqaa dhangaa dhowa; Yerusaalem keessalle'ee hin mandi'a; gubba'aa fi latti hin raafaman; Mootiin Waan Maraa ammoo kolbaa ifii Israa'eliif, addee itti baqatanu kushee hin te'a;