Joel 3:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti Misiri lafa aloo taate, lafti Edomuleeni lafa onte badde taati, waan worri lafa Yuda had'e, nama worraa ka woma iyyakiiniti fit'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni biyya Misiriitii fi biyya Eedoomii waan banii Yihuuda'aa irratti miidhaa raawwatanii fi banii qulqulluullee waan ajjeesaniif biyyi Misirii gammoojjii taati; Eedoomillee lafa onaa ka namni keessa hin jiraanne taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sababa namooti Gibxi'iitii fi namooti Edoomii Yihudaa irratti hammeennaan ka'anee, biyya isaanii keessatti dhiiga nama balleessaa hin qannee dhangalaasaneef, biyyi Gibxi'ii goomolee hin teeti; Edoomille goomolee ona hin teeti.