Joel 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa ch'ufa wolti baase, Bale Qorsumatiini d'ufe, achiti maro waan worri gumi tiyya tolchetiifi worra qora. Worri worra Israeli lafa gosa d'ibiti gargari bitineese, lafa tiyya ta Israelile gargari qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra Yihuudota hin taane maraa wolitti qabee, gara dhooqa Iyyoosaafixii isaan buusa; banii Israa'elii ka worra kiyya ta'e isaan waan banii keessa faca'anii biyyattii qoodamaniif dhooqa Iyyoosaafixii keessatti murti'iif isaan fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa biyya adda addaa mara wolitti qabee, dhooqa Yoshaafaaxiititti hin geessa; sababa isaan kolbaa tiyya Israa'el biyya ormaatitti bittinneessanee, lafa tiyya qoqoodataneef, achitti isaanitti mura.