Joel 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra fit'ani suni haalo baasaafi, Worra worra fit'e suni illakisu. Ammo Yudafi Yerusalemu haga jiru jireenna namati qubate keesa taa. Anini, AABBO Waaqileeni, gaara Sioni gubbati gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ka ani haga adhaa uduu haluu isaan hin baane dhiise dhiiga worra qulqullootaa ka jigee haluu baya; Yihuudaanii fi Yerusaalem ammo baraa haga bara baraa ka baniin kiyya keessa jiraatu ta'an; Ani Rabbillee gaara Tsiyoonii irra jiraadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo biyya Yihuda'aa keessa kolbaan haga bara baraa hin leeti; Yerusaalem keessalle dhalootaa haga dhalootaatitti hin leeti;