Joel 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maal naraa feetani worra Tirotiifi ka Sidonitiifi ka arda Filisti? Haalo na baafachu feetani? Yo isani haalo baafachu feetani, anini maro tokotu arrifad'e haalo isani baafad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin baniin kutaa Xiiroos, Siidona'aa fi Filisxeemiin keessa jirtan maal godha'aartan? ana haluu bayuu barbaaddanii? yoo kana ta'e hujiin keessan yoosuu akka gara keessan deebi'u godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri Xiiroosii fi Sidoonii, adaala Filisxeemotaa keessa worri jirtanu maraayyuu, maan ana irraa qaddan? Ana haluu bayiisaaf teetanii? Yoo akkas teetanu te'e, ani hujii teessan ariifadhee mataa keessanitti hin deebisa.