Joel 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qarsifi worqi tiyya fud'attani waan guddo anini olkeyad'e ch'ufa maneeni waaqoota teesaniti geefattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin meeti'ii fi worqii kiyya akkasuma qabeenna kiyya ka gatii mi'a'aa maraa fudhattanii gara mana waaqolee tolfamaa itti waaqeffattanii seensiftaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meeti'ii fi worqii tiyya, akkasuma meya kiyya ka gatii guddoo qabu fudhattanee galma keessan keessa keyattaneertan.