Joel 3:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ya worra Yudatifi ka Yerusalemule fageesitani gosa Grikiti gurgurtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhalataa Yihuuda'aatii fi ka Yerusaalemii daangaa biyya isaanii keessaa fuutanii fageessitanii namoota Giriikiititti gurgurtaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota Yihuda'aatii fi Yerusaalemii biyyaa isaanii irraa fageessiisaaf, worra Giriikootaatitti gurgurtaneertan.