Joel 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammatana lafa isani worra iti gurgurattani suni keesaa worra baase waan isani worra tolchitani isani tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma hulee isaan itti gurguramanii kakkaasee akka bayan isaan taasisa; yakka isin isaan irratti raawwattan maraa deebisee isinitti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ani addee isin isaan itti gurgurtane san lakkisanee akka ka'anu isaan hin godha. Waan isin isaan gootane, anille isin hin godha.