Joel 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ilmaani teesani ta d'iiratiifi ta dubrale worra Yudati gurgure, worrileeni gosa Sheba ta fago jirtuti gurgura. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka ijoolleen teessan ta dhiiraatii fi ta intalaa banii Yihuuda'aatitti gurguraman taasisa; isaanillee worra Saaba'aa fi fagoo jiranitti gurguratan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta durraa namoota Yihuda'aatitti akka gurguramanu hin godha; isaanille dabarsanee namoota Saaba'aa, ka biyya fago'ootitti isaan hin gurguratan.