Joel 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana gosa ch'ufati hima: Had'iisa kurfefad'a; nama duulaa wolti yaama; nama keesani ka lolaale ch'ufa wolti yaama, woma ineegiina, lola d'aqa jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana maraa banii Yihuuda'aatitti labsaa'a; lolaaf qophaayaa'a; worra jajjabaa kakkaasaa'a; loltoonni teessan maruu wol gayanii lolaaf haa hiriiranii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lassii tana gosa biyya adda addaatitti lassa'a; lolaaf qophowa'a; loltoota kakkaasa'a; loltooti teessan martinuu as dhikaatanee lolanuu ti.