John 1:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni biyya lafaa keessa jiraayyu; Waaqi karaa isaatiin biyya lafaa dade; biyyi lafaa ammoo isa hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qara lafa jira. Lafti isaani uumamte, ammo lafti fuula isaa imbaranne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii qaraa lafa jira. Laftii isaan uumamte, laftii ammoo fuula isa hinbaranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammo isa hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammoo isa hin beennee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee biyya lafaa keessa ni ture, biyyi lafaa'llee ka uumame isaan, biyyi lafaa garuu isa hin beekinneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni biyya lafaa keessa jiraayyu; Waaqi karaa isaatiin biyya lafaa dade; biyyi lafaa ammoo isa hin beenne.