John 1:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni gara biyya ifii dhufe; kolbaan isaa ammoo isa hin fudhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa ufiti d'ufe, ammo gochi isaa isa dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii lafa ufiiti dhufee, ammoo gochii isaa isa didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammo isa hin simanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammoo isa hin simanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara worra isaa ni dhufe, worri isaa garuu ufitti isa hin fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara biyya ifii dhufe; kolbaan isaa ammoo isa hin fudhanne.