John 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te'uuf midda kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nama isa fud'ate maqa isaa d'ugefate ch'ufa inni jabeenna kenne, aka ijoolle Waaqaa tahani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo nama isa fudhatee maqaa isaa dhugeeffate cufaa innii akka ijoollee Waaqaa ta'an jabeenna kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isa fudhatan maraafuu ammo maqaa isaatitti waan amananiif isaan ijoollee Rabbii akka ta'an mirga isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isa simatan maraafuu ammoo maqaa isaatitti waan amananiif isaan ijoollee Rabbii akka ta'an baallii isaanii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee worra ufitti fudhatanii fi maqaa isaa titti worra amanan maraaf, mirga ijoollee Waaqaa ta'u'u'uu isaaniif ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te'anuuf midda kenne.