John 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Waaqa irraa dhalatane malee, fedha dhiiraa irraa yookiin fedha foonii irraa yookiin fedha dhiigaa irraa hin dhalanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri suni fed'i nama gula ind'alanne, yokhaani nami worra ind'alle, ammo Waaqati worra d'ale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii sun fedhii namaa gula hindhalanne, yokaan namii warra hindhallee, ammoo Waaqaatti warra dhale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Rabbiin irraa dhalatan malee; dhiiga yookaan fedha foonii yookaan fedha dhiiraa irraa hin dhalanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee Rabbiin irraa dhalatan malee; dhiiga yookiin fedha foonii yookiin fedha dhiiraa irraa hin dhalanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee Waaqa irraa ni dhalatan malee fiixaa namaa, jechuun'llee fedhii foonii irraa yookiin fedhii namaa irraa hin dhalanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqa irraa dhalatane malee, fedha dhiiraa irraa yookiin fedha foonii irraa yookiin fedha dhiigaa irraa hin dhalanne.