John 1:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guutummaa badhaadha ifii irraa inni nu maraa eebbisee, eebba irratti eebba dhibii dabalee nuu kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eebiti isaa qit'e, hojja ch'ufa guddo nu eebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eebbitii isaa qixee, yo cufaa guddoo nu eebbisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu Maruu guutuu isaa irraa fudhannee badhaadha irratti badhaani nuu kennameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu Maruu guutuu isaa irraa fudhannee badhaadha irratti badhaani nuu kennameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa bilisaa irraa nu marri keenna kennaa isaa ka bilisaa irraan kennaa bilisaa fudhannee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutummaa badhaadha ifii irraa inni nu maraa eebbisee, eebba irratti eebba dhibii dabalee nuu kenne.