John 1:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti baallii qabanu hayyootaa fi Lewwoota garii, “Ati eennuu?” jedhanee akka isa gaafatanu Yerusaalem irraa gara Yohaannisii ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari gugurdaani Yahudi ka Yerusalemu, qaaloleefi worra Lawi Yohanati erge, atini eennu kana? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii gugurdaan Yihudaa ka Yerusaalem, qaallolee fi warra Lawwii Yoh. aannisiitti ergee, “Atin eennuu kana?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni, «Ati eennuu?» Jedhanii gaafachu'uuf Yerusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni aangoo qaban ka worra Yihudotaa, Yerusaalemii qeesotaatii fi Leewota'llee gara Yohaannisii erganii, «Ati eennuu?» jedhanii yeroo isa gaafachiisanitti, ragummaan inni kenne akka itti aanee jiru,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti baallii qabanu hayyootaa fi Lewwoota garii, «Ati eennuu?» jedhanee akka isa gaafatanu Yerusaalem irraa gara Yohaannisii ergane.