John 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni jalqabumaa Waaqa woliin jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qara Waaqa woliini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii qaraa Waaqaa waliin jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun jalqabumaa Rabbiin woliin ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun jalqabumaa Rabbiin woliin ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni jalqaba Waaqa bira ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jalqabumaa Waaqa woliin jira.