John 1:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Ati eennu ree? Worra nu ergeef deebii deebinnee himuu qanna. Ati eennu ifiin jetta?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, Atini eennu re? Worra nu ergeti himu malle. Ati eennu ufiini jetta? jed'ani isa gaafatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba, “Atin eennu ree? Waan deebinee warra nu ergeeti himnu nutti himi. Atin eennu ufiin jetta?” jedhan isa gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan,« Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jenna?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jennaa? jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Eegaa ati eennu? Namoota nu erganitti deebii akka himnnu waayee mataa keetiitiif maal jetta?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Ati eennu ree? Worra nu ergeef deebii deebinnee himuu qanna. Ati eennu ifiin jetta?» jedhaneen.