John 1:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti Fariisaayotaan ergamane,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara kana Farisayooti erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii isaatti ergan fariisota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ergaman waan Fariisota turaniif; «Eegasuu ati Kiristoosiin, yookaan Eeliyaasiin, yookaan raaga yoo hin taanee maaf cuuphxa ree?» Jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri ergamanillee Fariisota waan turaniif; Eegasuu, «Ati Kiristoosiin yookiin Eeliyaasiin yookiin raaga yoo hin taanee maaliif cuuphxa ree?» Jedhanii gaafataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee ka ergaman Farsootaa biraayyi ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti Fariisaayotaan ergamane,