John 1:25 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ati Masiihii yookiin Eliyaas yookiin Raagicha yoo hin te'in maaf cuuxxa ree?” jedhanee Yohaannis gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yohana gaafatani, waan jed'ani, Atini maafi aada batiso namaa kennita re, yo Kristofi Eliya yokhaani raaga kaani intahiini?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba warrii Yoh. aannis gaafatee, “Atin yo Kiristoo yokaan, Eliyaas yokaan raaga ka hinta'iinii? Maaf aadaa cuuphamaa namaa kennita ree?” jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Ati Masihii yookiin Eliyaasiin yookiin nabiyyicha ni dhufa jedhame eega hin ta'in eegaa, waayee maali'iif cuuphixa ree?» jechu'uun ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Masiihii yookiin Eliyaas yookiin Raagicha yoo hin te'in maaf cuuxxa ree?» jedhanee Yohaannis gaafatane.