John 1:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis, “Ani bisaaniin isin cuupha, ka isin hin beenne ammoo odduu teessan dhaabbata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani waan jed'eeni, Anini bisaaniini nama batisa, ammo jiddu teesani keesa nama isani imbeenneti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis deebisee, “Anin bisaaniin nama cuupha, ammoo jidduu teessan keessa nama isan hinbeenneetti ejja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha; haa ta'uu ammo ka isin isa hin beenne isin jidduu dhaabateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannisillee deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha, haata'uu ammoo ka isin isa hin beenne isin jidduu dhaabateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ain ka cuuphamu bishaaniin, garuu ka isin hin beekinneen jidduu keessan dhaabatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis, «Ani bisaaniin isin cuupha, ka isin hin beenne ammoo odduu teessan dhaabbata.