John 1:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ana duubaan dhufaara; ani hidhaa kophee isaa hiiku'uufille nama malee moti” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni eegi tiyya d'ufa, ammo anini seemsa kope isa iti d'iaad'e hiikhu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii eegee tiyya dhufa, anin ammoo seemsaa kophee isaallee itti dhi'aadhee hiiku hinmalee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ana maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee ana duubaan ka dhufu, ani hidhaanuma kophee isaatuu hiiku'uuf'llee ka gayee miti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni na duubaan dhufaara; ani hidhaa kophee isaa hiiku'uufille nama malee moti» jedhee deebise.