John 1:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun marti laga Yordaanosiitiin gama karaa aduun baatu Bittaaniya'atti, addee Yohaannis itti cuuphiisatti jirutti teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana Bethania keesati tolchani galaana Yordani gama fulla Yohanani nama iti batise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana cufaa Bitaaniya keessatti, galaana Yordaanos gama ila boruu fulaa Yoh. aannis nama itti cuupheetti tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun Yoordaanosiin gama hulee Yohaannis itti cuupha'aa ture Biitaaniyaa Beeta Raaba'aatti ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti kun Yoordaanoosiin gama hulee Yohaannis itti cuupha'aa ture Biitaaniyaa Beta Raaba'aatti ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'e Yohaannis itti ni cuupha bakka ture laga Yoordaanosiitiin gamatti ka argamu, magaalaa Bitaaniya'aa titti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun marti laga Yordaanosiitiin gama karaa aduun baatu Bittaaniya'atti, addee Yohaannis itti cuuphiisatti jirutti teete.