John 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi karaa isaatiin waan maraa dade; dadaa maraa keessaa tokkolle isaan malee hin dadanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa Waaqi isaani uume, wonti tokoleeni ta isa male uumamte injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufaa Waaqii isaan uume, wantii tokkolleen ta isa malee uumamte hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karaa isaatiin waan maraa dade; dada maraa keessaa tokkolle isaan malee hin dadanne.