John 1:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Anille waan kana dhaggeera, inni Ilma Waaqaa akka te'e isinitti hima” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu arge d'ugeese aka kunini Ilma Waaqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anuuyyuu akka kunin Ilma Waaqaa yaayyuu argee dhugeese” jedhe. Jara Yesus qaraa foohate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee isa argeera; akka inni Ilma Rabbii ta'e rageera.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee isa argeera; akka inni Ilma Rabbii ta'e rageera.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee kana argee jira, kanaaf inni Ilma Waaqaa ta'uu isaa ragaa ni baya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille waan kana dhaggeera, inni Ilma Waaqaa akka te'e isinitti hima» jedhe.