John 1:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa itti aanu Yohaannis ammalle barattoota ifii lamaan woliin dhaabbatiisatti jiruun,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya ato Yohanani jara ufi nama lama woliini jiru;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa Yoh. aannis adoo jara ufii nama lama waliin jiruu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganamaan akkasuma Yohaannis darasoota ufii keessaa namoota lamaan woliin uduu dhaabatu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ganamaan akkasuma Yohaannis darasoota isaa keessaa namoota lamaan woliin uduu dhaabatu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti'llee Yohaannis barattoota isaa lamaan woliin deebi'ee, achi dhaabatee jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu Yohaannis ammalle barattoota ifii lamaan woliin dhaabbatiisatti jiruun,