John 1:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yohaannisii lamaan dubbii Yohaannisii tana dhage'anee, Yesuus hordofane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari lamaani kaani waan inni jed'e d'ageennaani Yeso gula yae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii lamaan kaan waan innii jedhe dhageennaan Yesus gula yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni lamaan hennaa inni dubbatu dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni lamaan hennaa inni dubbatu dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni Yohaannisii lamaan Yohaannis kana yoo jedhu dhagayanii, Yesusiin ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yohaannisii lamaan dubbii Yohaannisii tana dhage'anee, Yesuus hordofane.