John 1:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus garagalee, isaan isa hordofanuun dhaggee, “Maan barbaaddan?” jedhee isaan gaafate. Isaan ammoo, “Rabbii, eessa leeta?” jedhaneen; “Rabbii” jechuun, “Barsiisaa” jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni garagale, worra isa gula yau arginaani waan jed'eeni, Maani barbaaddani? Worri waan jed'eeni, Rabbi, worri kanke eesa? (Rabbi jechaani Barsiiftu jecha.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus garagalee, warra isa gula yaa'uu arginaan, “Maan barbaaddani?” jedhee gaafate. Warrii ammoo, “Rabbii, eessa bulta?” jedhee deebiseef (Rabbii jechuun Barsiisaa jechuu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee uf irra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee ufi duuba garagalee isa yoo horddofan argeeti, «Maal barbaadan?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Rabbii! Eessa jiraatta?» ni jedhaniin. (Rabbii jechuun barsiisaa jechu'u.)
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus garagalee, isaan isa hordofanuun dhaggee, «Maan barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaan ammoo, «Rabbii, eessa leeta?» jedhaneen; «Rabbii» jechuun, «Barsiisaa» jechu'u.