John 1:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Kowa'aatii ilaala'a!” isaaniin jedhe. Maarre isaan dhaqanee addee Yesuus le'u dhagganee, guyyaa san isa bira oolane; yennaan sun saafoya gara sa'aatii kudhanii ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Koota, inargitani. Worri yae fulla inni bulu arge, galgala suni isa woliini hasaani. Hojjaani suni saa kud'anifa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Koottaa, laalaa!” jedhee deebiseefii, warrii dhufee fulaa innii bulu argee, guyyaa sun isa waliin oole; yo'ii sun gara saatii kudhanii kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Rabbii! eessa jiraattaa?» jedhaniin. Hiikkaanillee, «Barsiisaa'a» jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Rabbii, eessa jiraattaa?» jedhaniin. Hiikkaanillee, «Barsiisaa'a» jechu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Koota'aatii laalaa!» isaaniin jedhe. Kanaaf deemaniiti eessa akka jiraatu ni argan. Guyyaa sanitti isa woliin ni oolan, yero'oon'llee gara saa'aatii kudhanii ni ta'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Kowa'aatii ilaala'a!» isaaniin jedhe. Maarre isaan dhaqanee addee Yesuus le'u dhagganee, guyyaa san isa bira oolane; yennaan sun saafowa gara saatii kudhanii ti.