John 1:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isa keessa jiru'utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa keesa jireenna jira, jireenni suni ifsa namaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa keessa jireennaa jira, jireennii sun ibsee namaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa keessa jireennatu jira; jireenni sunillee ifa namaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isa keessa jireennatu jira, jireenni sunillee ifa namaati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaa keessa'llee jireennatu ture, jireenni kun'llee ifa namootaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa keessa jiru'utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti.