John 1:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Naataanaa'el, “Naaziret keessaa wonni dansaan dhaggamuu dandeettii?” jedhee Filiphoos gaafate. Filiphoos, “Koyiitii ilaali!” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nathanielini waan jed'eeni, Wonti dansaani dandeete Nazareti keesaa imbaati? Filiponi waan jed'eeni, Kooti, ilaali.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naataanaa'eli, “Wantii dansaan dandeettee Naazireet keessaa inbaatii?” jedhee Filiphos gaafate. Filiphos ammoo, “Koottii laali!” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii argineerra» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naatinaa'el garuu, «Naazireetiin keessaa wonitti mishaan gonkumaa argamu'uuf ni dandda'aa ree?» jedheen. Filiphos'llee, «Koottuutii laali» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naataanaa'el, «Naaziret keessaa wonni dansaan dhaggamuu dandeettii?» jedhee Filiphoos gaafate. Filiphoos, «Koyiitii ilaali!» jedhee deebise.
Recommended Reading